Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti tajaajila Lammummaan hojiileen Birrii biiliyoona 140tti tilmaamamu hojjetame – BMO

Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti tajaajila Lammummaan hojiileen Birrii biiliyoona 140tti tilmaamamu hojjetamuu Biiroon Maallaqaa Oromiyaa beeksise.

Biiroon Maallaqaa Oromiyaa Raawwii Hojii Kenna Tajaajila Lammummaa baatiwwan jahaan darbanii Godina Harargee Bahaa Magaalaa Hararittitti godinaalee waliin gaggeessaa jira.

Naannichatti sosochii hawaasummaa fi Diinagdee saffisiisuuf bara 2012 eegalee hojiin tajaajila lammummaa hawaasa hirmaachise hojiirra oolaa jiraachuu Hogganaa Itti aanaan biirichaa Dooktar Mahaammad Naasir ibsaniiru.

Erga tajaajilichi eegalee hanga ammaatti hojiileen Birrii biiliyoona 140tti tilmaamaman hojjetamuu dubbataniiru.

Maddi:- TOI

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.