Fana: At a Speed of Life!

Paakistaan fooramiin dippiloomaasii saayintifiki Ityoo-Paakistaan akka hundaa’uu gaaffii dhiyeessite

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Paakistaan fooramiin dippiloomaasii saayintifiki Ityoo-Paakistaan akka hundaa’uu gaaffii dhiyeessitee

Fooramichi dhimmoota saayintifikiirratti biyyoonni lameen  muuxannoo qaban akka wal jijjiirranii fi waloon akka hojjetaniif kan dandeessisuudha.

Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Paakistaan Shoozaab Abaas hoggantoota ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii waliin biyyoonni lamaan dhimmoota damee teeknooloojii fi  Innooveeshiniirratti waloon hojjechuuf dandeessisuurratti marii taasisaniiru.

Paakistaan fooramiin dippiloomaasii saayintifiki Ityoo-Paakistaan akka hundaa’uu gaaffii dhiyeessuushee ragaan ministeericharra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.