Fana: At a Speed of Life!

Paarkiin Bashannanaa Piikook eebbifame

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Paarkii Bashannanaa ‘Zuu’ Piikook eebbisiisan.
Sirna eebba Paarkii Zuu kanarratti aadde Adaanach dabalatee sadarkaa itti aanaa kaantibaattii hojii raawwachiisaan Magaalaa Finfinnee obbo Xiraatuu Bayyaanaa, Ministir Deettaan Ministeera Raayyaa Ittisaa obbo Geetaachoo Hayilamaariyaam, hoggantoonni olaanoon magaalichaa fi qooda fudhattoonni argamaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.