Fana: At a Speed of Life!

Paartiin Badhaadhinaa naannoo Somaalee muudama laate

Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa naannoo Somaalee muudama laate.
 
Obbo Ibraahiim Usmaan, obbo Adan Faaraah bakka bu’uudhan itti aanaa preezdaantii ta’uudhan filatamaniiru.
 
Paartichi itti aanaa preezdaantii naannichaa obbo Muusxafee Mahaammadiin duurfamuun walga’ii har’a gaggeessen namoota lama muudamaaf filateera.
 
Bakka af yaa’ii Mana Maree Federeeshinii ta’uun dhiyeenya muudaman obbo Adan Faaraah; obbo Ibraahiim Usmaan itti aanaa preezdaantii naannichaa gochuun dhiyeessera.
 
Obbo Maloow Ibraahiim Abdii(Maandeellaa) af yaa’ii mana maree naannichaa gochuun filateera.
 
Muudamni kunis yeroo itti aanutti mana maree naannichaatif dhiyaatee kan ragga’u ta’a.
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.