Fana: At a Speed of Life!

Paartileen 4 waraqaa beekamtii fi eeyyama galmee yeroo argatan

Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa waraqaa beekamtii fi eeyyama galmee yeroo paartilee 4f laachuusaa beeksise.

Waraqaa ragaa fi eeyyama galmee yeroo paartileen argatanis;

1. Baaldaraas Le’iwnatanyaa Demokraasii
2. And Ityoophiyaa Demokraasiyaawii Paartii
3. Amaaraa Giyoonaawii Niqinnaaqee
4. Innaat Paartii ta’uu boordichi ibseera.

Agaw Biheeraawii Shangoo fi Paartiin Badhaadhinaatis dhiyeenya eeyyama galmee argachuun isaanii ni yaadatama.

Eeyyamichi kan tajaajilu baatii sadiif qofa. Gaaffidhaan garuu ni haaromfama.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.