Idil Addunyaa Hinditti balaa ibiddaan lubbuun namoota 9 darbe Wabi Fufa Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Hinditti balaa ibiddaa gamoo mana jireenyaarratti qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbeera. Balaan kun magaalaa Delhiitti kan qaqqabe yoo ta’u, namoota…
Oduu biyya keessaa Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Afrikaa Kibbaa daawwachuufi Wabi Fufa Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Afrikaa Kibbaa daawwachuufi Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad baatii Faranjootaa Jaanuwaarii 11 - 12,2020…
Oduu biyya keessaa Preezdaanti Saahilawarq ergamaa addaa preezdaantii Maalii Proofeesar Aliyuu Saal waliin… Wabi Fufa Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ergamaa addaa preezdaantii Maalii Proofeesar Aliyuu Saal waajjira isaaniitti simachuun mariisisan.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Cuuphaa Ityoophiyaa Galmee Hambaa Kiliyaa Addunyaatti galmaa’un walqabatee sagantaan… Wabi Fufa Dec 22, 2019 0 Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) - Ayyaanni Cuuphaa Ityoophiyaa Galmee Hambaa Kiliyaa Addunyaa tahuun Mootummoota Gamtoomanitti dameen Barumsaa, Saayinsiifi Aadaa UNESCO galmaa’uun…
Oduu biyya keessaa Qaamni amanti bu’uura godhachuun miidhaa qaqqaabsiisu kamuu fudhatama hin qabu – Preezdaanti… Wabi Fufa Dec 22, 2019 0 Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) – Preezdaanti Saahilwarq Zawdeen miidhaan mana amantaarratti raawwatamu kamuu fudhatama hinqabu jedhan. Preezdaanti Saahilwarq kana kan jedhaan guyyaa…
Oduu biyya keessaa Kitaabni “Gootota Misoomaa” obbo Abbaa Duulaa Gammadaan barreessan ebbifame Wabi Fufa Dec 22, 2019 0 Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) - Kitaabni "Gootota Misoomaa" obbo Abbaa Duulaa Gammadaan barreessan kaleessa Hoteela Skaaylaayititti ebbifameera. Kitaabichi bakka muummichi ministiraa…
Oduu biyya keessaa Ibsa haala yeroorratti itti aanaan prezidaantii MNOobbo Shimallis Abdiisaan laatan Wabi Fufa Dec 22, 2019 0 Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) - Ibsa haala yeroorratti itti aanaan prezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan laatan. Ibsi guutun kinooti..... Qe'een Oromoo fi…
Oduu biyya keessaa hojiin siivilii Dhaabbata Daabboo Shaggar xumurame Wabi Fufa Dec 22, 2019 0 Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) - hojiin siivilii Dhaabbata Daabboo Shaggar xumuramuu ibsame. Injiinar Taakkalaa Uumaa dabalatee miseensootni kaabinee bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi…
Oduu biyya keessaa Preezdaanti Saahilawarq Zawdee magaalaa Samaraa galan Wabi Fufa Dec 22, 2019 0 Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) – Preezdaanti Saahilawarq Zawdee har’a ganama magaalaa Samaraa galaniiru. Preezdaanti Saahilawarq buufata xiyyaaraa Sulxaan Aliimiiraa Haanfiree si’a…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad duula qulqullinaa raawwatan Wabi Fufa Dec 22, 2019 0 Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) - Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee Kaazanchisitti duula qulqullinaa raawwatan. Dooktar Abiy Ahimad abbootii qabeenyaa taaksii magaalaa…