Fana: At a Speed of Life!

Pir. Shimallis Abdiisaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Reemii Maarishoo waliin mari’atan

Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Reemii Maarishoo waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota diinagdee, Invastimantii, Qonna, Aanniisaa, Aadaa fi Afaanirratti marii bu’aa qabeessa taasiisuu Obbo Shimallis fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Gara fuulduraattis, dhimmoota waloo irratti tumsaan hojjechuuf waliigaluu himaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.