Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaant Wiiliyaam Ruutoon daawwannaa hojiif Finfinnee galan

Finfinnee, Fulbaana 26, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon daawwannaa hojiif Finfinnee galan.

Pireezidaantichi wayita Finfinnee gahan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Simannaa taasisaniifiiru.

Turtii isaaniin dhimmoota gamlameerratti ni mari’atu jedhameetu eegama.

Alaazaar Taaddalaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.