Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Musxafee Mahaammad miseensota Humna Addaa naannichaa waliin mari’ataniiru

Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad miseensota Humna Addaa naannichaa waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota haala gurmaa’insaa fi faayidaa isaa ilaalchisee hubannoo kennaniiru.

Miseensota humna addaa naannichaa irra deebiin gurmeessuunis hojii aantummaa uummataa qabaachuun hojjechaa turan caalmaatti akka cimsaniif ta’uu hubachiisaniiru.

Miseensonni humnichaa faayidaa hanga ammaatti hin argannee akka argataniif barbaaddamee ta’uu Obbo Musxafeen ibsa taasisaniiru.

Humni addaa diigamuufi jechuun adeemsicha gufachiisuuf ololli afarfamuu bu’uura kan hin qabne ta’uu yaadachiisaniiru.

Maddi:- TOI

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.