Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahilawarq miseensota ‘waamicha nageenyaa haadholii Ityoophiyaa’ dubbisan

Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen miseensota ‘waamicha nageenyaa haadholii Ityoophiyaa’ waajjira isaaniitti simachuun dubbisaniiru.

Pireezidaanti Saahilawarqi, Miseensonni ‘waamicha nageenyaa haadholii Ityoophiyaa’rakkoon nageenyaa biyyattii muudateef furmaata akka barbaadan gaafataniiru.

Waamicha kanaafis deeggarsa kan taasiisan ta’uu ibsaniiru.

Kutaalee hawaasaa fi dameewwan ogummaa adda addaarraa waliitti babba’uun nageenyaa fi guddina biyyaaf gumaachuuf kaka’umsa qabaniif galateeffamuu fi deeggaramuu qabu jedhan.

Hawaasni kamuu bifuma walfakkaatuun qooda isaanii ba’uu akka qaban gaafataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.