Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahilawarqi lammiilee harka qalleeyyiif maaddii qoodan

Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Ayyaanaa Sooma hiika sababeeffachuun Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Aradaa Aanaa 8tti lammiilee harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru.
Lammiilee kanneen dhaabuuf deeggarsi taasiifamu yeroo hunda dhaabbiin itti fufuu akka qabu Pireezidaanti Saahilawarqi dhaamaniiru.
Ayyaannicha wayita kabajnu lammiilee harka qalleeyyii waliin ta’uu kabajuu qabna jechuu isaanii TOI gabaaseera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.