Fana: At a Speed of Life!

piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 19ffaan har’a taphni Eevartanii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu ni eegama

Finfinnee, Mudde 17, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 19ffaan har’a taphni Eevartanii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu akkaan eegama.

Maanchiister Siitiin taphaa waancaa kilaboota addunyaa booda har’a halkan sa’aatii 5:15 eegalee falmiin Eevartan waliin taasiisu ni eegama.

Taphoota liigichaa bara kanaa hanga ammaatti taphateen si’a 6 injifachuun, yeroo 4 qixa ba’uun taphoota 8 injifatamuun qabxii 22 sadarkaa 11ffaarratti kan argamu Cheelsiinis har’a halkan sa’aatii 4:30 eegalee morkiin Kiristaal Paalaas waliin taasiisu xiyyeeffannoo argateera.

Boru ammoo taphni Arsenaal Weest Haam, Biraayitan Tootanhaam waliin taasiisan akkaan eegama.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.