Fana: At a Speed of Life!

Piriimaayeer Liigii Itiyoophiyaan Adaamaan Dirree Dhawaa injifate

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 5ffaa har’a waaree booda gaggeeffameen Kilabni Magaalaa Adaamaa Magaalaa Dirre Dhawaa goolii 2 fi 1n injifateera.

Adaamaan bu’aa har’a galmeesse hordofee qabxii 11 sadarkaa 2ffaa yoo qabatu, Dirre Dhawaan qabxii 4 sadarkaa 12ffaarratti argama.

Sagantaa torbee 5ffaan har’a galgala sa’aatii 12: 00 irraa jalqabee Machaal Hambarichaa Duraamee waliin ni taphata.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.