Fana: At a Speed of Life!

Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Arsenaal yoo injifatamu, Tootanhaam injifate

Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 20ffaa har’a taphatameen Arsenaal Fuulhaamiin yoo injifatamu, Tootanhaam Boornimaawuz injifateera.

Arsenaal Fuulhaamiin galchii 2 fi 1n yoo injifatamTootanhaam Boornimaawuz galchii 3 fi 1n injifateera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.