Fana: At a Speed of Life!

Poolisiin naannoo Amaaraa miseensota humna addaa leenjisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Ityoophiyaa baraaruuf mootummaan naannoo Amaaraa miseensota humna addaa leenjisaa ture guyyaa har’a eebbisiiseera.

Sirna eebbichaarratti itti aanaan preezdaantii naannoo Amaaraa Dooktar Geetaachoo Jambaar, Ministirri Ministeera Galiiwwanii obbo Laaqaa Ayyaalewuu fi komishinarri kominishiinii poolisii naannichaa Taakoolaa Ayifookiruun dabalatee hoggantoonni olaanoo federaalaa fi naannichaa argamaniiru.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa

argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii

https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.