Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq ambaasaaddara hojii isaanii xummuran gaggeessan

Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen ambaasaaddara hojii isaanii xumuran gaggeessaniiru.
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ambaasaaddara Koongoo Ityoophiyaatti yeroo hojii isaanii xummuran gaggeessuu isaanii ragaan Waajjira preezdaantii FDRI irraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.