Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq boqachuu Hoosnii Mubaarakiin gadda itti dhaga’ame ibsatan

 
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen, boqachuu preezdaantii Gibts duraanii Hoosnii Mubaarakiin gadda itti dhaga’ame ibsatan.
 
Preezdaant Saahilawarq ibsa gaddaa preezdaantii biyyattii Abdul Fattaah Al Siisiif dabarsaniiru.
 
Preezdaantichi guddina ummataa fi biyya isaanitiif gumaacha olaanaa taasisaniiru jedhan preezdaant Saahilawarq ergaa isaanitiin.
 
Ministeerri Dhimma Alaa FDRI akka beeksisetti preezdaant Saahilawarq Zawdeen maatii, ummataa fi mootummaa biyyattiitif jajjabina hawwaniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.