Fana: At a Speed of Life!

Preezdaanti Saahlawarq Ministeera Daldala Alaa fi Tumsa Misoomaa Neezarlaandis waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Preezdaanti Saahlawarq Zawdee Ministeera Daldala Alaa fi Tumsa Misoomaa Neezarlaandis Siigriid Kaag waliin mari’taniiru.

Dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii cimsu danda’anirratti mari’ataniiru.

Neezarlaandis muuxannoo damee qonnaa fi bishaaniin qabdu Ityoophiyaaf qoodufi akka barbaaddu Siigriid Kaag himaniiru.

Haaluma walfakkatuun Preezdaanti Saahlawarq miseensa paarlaama Awurooppa kan ta’an Kirsuulaa Zaakaropuloo waliinis mari’ataniiru

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.