Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Imaanu’eel Makiroon covid-19 qabaman

Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Preezdantiin Faransaay Imaanu’eel Makiroon vaayrasii koroonaatin qabamaniiru.
Preezdantiin Faraansaay Imaanu’eel Makiroon erga mallattoo dhukkubichaa ofirratti arganii booda qorannoo taasisaniin poozatiivii ta’uun isaanii barame jedha ibsi masaraa biyyaalessaa biyyattii.
Preezdaantichi guyyoota torbaaf adda of baasanii akka turanis himameera.
Faransaay keessatti vaayrasichi hammaannaan uggurri labsame ture.
Erga weerarri vaayrasichaa mudatee as namoonni miliyoonni 2 ta’aan vaayrasichaan kan qabaman yoo ta’u, 59,400 ammoo lubbuu dhabaniiru.
Maddi:- BBC
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.