Fana: At a Speed of Life!

Projaktiin bishaanii kutaa lammaffaa Laga Daadhii bara dhufu baatii Onkololeessaa irraa eeggalee tamsaasa bishaan dhugaatii akka eegaluuf hojjetamaa jira

Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) – Projaktiin bishaanii kutaa lammaffaa Laga Daadhii bara dhufu baatii Onkololeessaa irraa eeggalee tamsaasa bishaan dhugaatii akka eegaluuf hojjetamaa jirachuu ibsameera.
Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, Sadarkaa Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Finfinneetti Qindeessaan Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajilaa Mootummaa obbo Zhaanxiraar Abbay fi hoggantoonni hojii olaanoo biroon projaktii bishaanii kutaa lammaffaa Laga Daadhii daawwataniiru.
Projaktichi Kaaba Bahaa Finfinneetti rakkoo bishaani dhugaatti kutaa magaalaa Eekkee fi Gullaallee akka furu ragaan pirees Seekreetaariyaati magaalichaa irraa arganne ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.