Fana: At a Speed of Life!

Proojektiin raabsaa fi daddabarsa humnaa Balas Jaawwii eebbifame

Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 87 kan ijaarrame Proojektiin raabsaa fi daddabarsa humnaa Balas Jaawwii eebbifameera.
Proojektiin humna Elektirikaa raabsuu fi daddabarsu kun Kiiloo Meetira 61 kan uwwisu ta’uu ibsameera.
Baasiin guutuun ijaarsa proojektichaa mootummaa federaalaan uwwifamuu himameera.
Sirna eebbichaarratti Preezdaantii naannoo Amaaraa obbo Aganyahu Tashaagar dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa federaalaa fi naannoo argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.