Fana: At a Speed of Life!

Proojektoota gurguddoo tumsa waloo Ityoophiyaa fi Chaayinaan hojjetamaniif eeggumsa taasiisuuf waliigalteen mallattaa’e

Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC) – Proojektoota gurguddoo tumsa waloo Ityoophiyaa fi Chaayinaan hojjetamaaniif eeggumsa cimaa taasiisuuf sanadni waliigaltee mallattaa’eera.

Proojektoota kanneeniif eeggumsa cimaa taasiisuuf Ityoophiyaatti Imbaasii Chaayinaa fi Komishinii Poolisaa Federaalaa gidduutti sanadni waliigaltee mallattaa’eera.

Komishinarri Komishinii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eelii fi Ambaasaaddar Zyaa’oo Zyiiyuu’aan sanadicha mallatteessaniiru.

Komishinarri Komishinii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel hariiroon aadaa, seenaa,qaroominaa,diinagdee fi siyaasaa biyyoota lamaanii cimaa dhufuu ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.