Fana: At a Speed of Life!

Qabiyyee fi Faayidaa Killee

Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) – Killeen nyaata qabiyyee nyaataa hedduu of keessaa qabuu fi baayyee fayyaaf gaarii ta’an keessaa isa tokkoodha.
Qabiyyee
Killeen nyaata gosa nyaataa keemikaalota barbaachisoo hedduu haala madaalawaa ta’een of keessa qabuudha. Isaan keessaa muraasni:-
– Viitaminii-A, B2, B5, B6, B12, D, E
– Albuudota-Foosfarasii, Seeleniyeemii, zinkii
– Pirootinii
– Kaarbogayidireetii
– Faatii
– Dabalataanis keemikaalota biroo hedduu of keessaa qaba
 Faayidaawwan Killeen fayyaa namaaf qabu:-
-Ijaarsa Qaamaaf
Hanqaaquun gosa pirootinii namaaf barbaachisoo ta’an
dhibbeentaa madaalawaa ta’een of keessaa qaba.
-Dhibee Onnee ni hir’isa
– Hanqaaquun liippiidii gaarii (HDL) kan dhibee onnee fi dhiibbaa dhiigaan wal qabatan hir’isu of keessaa qaba.
Fayyaa Sammuuf
-Killeen keemikaala kooliinii jedhamu,kan gosa nyaataa biraa keessatti baay’inaan hin argamnee fi fayyaa sammuuf barbaachisa ta’e of keessaa qaba
– Yeroo Ulfaa
– Ulfaatina hir’isuu fi ulfaatina madaalawaa ta’e qabaachuuf
– Fayyaa Ijaatiif
-Rifeensaaf
Hanqaaquu rifeensatti dibuun rifeensi akka hin miidhamnee fi dafee guddatu taasisa.
-Dandeettii Dhukkuba ofirraa ittisuu qaamaa ni dabala.
Kanaaf Killee nyaachuun fayyaa gaarii akka qabaannuuf gumaacha olaanaa qaba jechuudha.
Maddi:- Fuula Waa’ee Fayyaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.