Fana: At a Speed of Life!

Qonnaan bultootaaf biqiltuuwwan buna miiliyoonni 5 laatame

Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC)- Waldaan dhuunfa itti gaafatamuummaan isaa murta’ee Qiriicaanshee Tireeding biqiltuuwwan buna miiliyoona 5 qonnaan bultootaaf dabarseera.

Biqiltuuwwan  buna kunneen sanyii fooyya’aa fi oomisha gaarii argamisiisuu danda’uu jedhameera.

Biqiltuuwwan dabarfaman godina Gujii aanaa Koochaareetti qonnaan bultoota aragamaniif ta’u ibsameera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.