Fana: At a Speed of Life!

Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa Naannoo Beenishaanguul Guumuuz Wiixata ni eegalama

Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa Naannoo Beenishaanguul Guumuuz Adooleessa 5 – 7, 2013 kan laatamu ta’uu ibsameera.
Qormaanni harki caalu manneen barnootaatti raabsamuu Biiroo Barnootaa naannichaatti itti aanaa hogganaan qophii sirna barnootaa fi Ijaarsa dhaabbilee obbo Hasaballaa Azeen ibsaniiru.
Barattoonni namuusa gaariin qormaaticha fudhachuu akka qaban hubachiisaniiru.
Qormaanni kun karaa nagaan akka xumuramu kutaaleen hawaasaa hundi deeggarsa barbaachisu akka taasiisan waamicha dhiyeessuu ragaan Biiroo Barnootaa naannichaarraa argame ni muu’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.