Fana: At a Speed of Life!

Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa kan bara barnootaa 2013 kennuuf qophiin xumuramuu ibsame

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Qormaata Biyyoolessaa 12ffaa kan bara barnootaa 2013 kennuuf qophiin xumuramuu Ejensiin Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyaalessaa beeksise.

Haaluma kanaan qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa kan bara barnootaa 2013 Onkololeessa 29, 2014 hanga Sadaasa 2 ,2014tti kan kennamu ta’uu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.