Fana: At a Speed of Life!

Raashiyaan xiyyaarri daandii qilleensa Ityoophiyaa meeshaa fe’u naannoo qilleensa saaybeeriyaa akka balali’uuf eeyyama laatte

Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Raashiyaan xiyyaaraa daandii qilleensa Ityoophiyaa meeshaa fe’u naannoo qilleensa saaybeeriyaa akka balali’uuf eeyyama laachuu Ityoophiyaatti Imbaasiin Raashiyaa Raashiyaa beeksise.
Eeyyamichi waliigaltee Abbootiin Taayitaa Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa fi Raashiyaa irra gahaniin tahuu eerameera.
Bu’uuruma kanaan xiyaarri daandii qilleensa Ityoophiyaa meeshaa fe’u naannoo qilleensa saaybeeriyaa akka balali’uuf Raashiyaan eeyyamuu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.