Fana: At a Speed of Life!

Raayyaan Ittisaa Ummata Tigraay waanjoo garbummaa ABUT jalaa bilisa baasuuf wareegama kaffalaa jira – TKM

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisaa Ummata Tigraay waanjoo garbummaa garee Shororkeessaa ABUT jalaa bilisa baasuuf wareegama kaffalaa jiraachuu Tajajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibsa baaseen himeera.

Raayyaan Ittisaa galma wareegama kaffalaafii jiru akka milkeessu Ummanni Tigraay qooda olaanaa taphachaa jiraachuu kaaseera.

Raayyaa Ittisaa kunuunsuu, galaa dhiyeessuu, hidhattoota dhokatanii fi iddoo meeshaaleen waraanaa jiran ragaa kennuu akkasumas daandii agarsiisuu fi naannoo isaanii eeguun Ummanni Tigraay tumsa taasiisaa jiraachuu eereera.

Kanaafis mootummaan galata guddaa qaba. Tokkummaa Ummanni Tigraay Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin uumee garee Shororkeessaa ABUT naasisuu ibseera.

Ummanni Ityoophiyaa, garee shooroorkeessaa ABUT irratti kan qabsaa’e bulchiinsa bakka bu’insaa hambiisuufi jedheera Tajaajilli Komuunikeeshini Mootummaa ibsa isaan.

Bulchiinsa bakka bu’iinsaa naannoolee irratti deebisee kan diriirse garee shooroorkeessaa ABUT akka tahe ni beekama.

Ummanni Tigraay ijoollee isaatiin malee qaama kamiinu buluun isarra hinjiraatu.

Sirni federaalizimii jiruus kana hin eeyyamu.

Gareen shooroorkeessaa ABUT ni dhoksa malee, kana bareechee beeka.

Ummanni Tigraay diraamaa bakka bu’uummaa ABUT, bulchiinsa bakka bu’ummaa ABUT dhiise; tumsa raayyaa ittisaa waliin eegale akka cimsu mootummaan waamicha dhiheesseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.