Fana: At a Speed of Life!

Ramaddiin Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome

Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Ramaddiin Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2023/24 har’a Faransaay Monaakootti ifoomeera.

Maanchiister Yuunaayitiid, Baayern Muunik, Kooppan Haganii fi Gaalaataasaaraay ramaddii ‘A’,
Arsenaal, Seeviyaa, PSV fi Leensi ramaddii ‘B’, Naappoolii, Riyaal Maadiridii, Biraagaa fi Barliin Yuuniyeen ramaddii ‘C’ , Intermiilaan, Beeniifiikaa ,FC Saaliz Barg fi Riyaal Soosiidaa,ramaddii ‘D’, Atleetikoo Maadiriid, Feeyeenoordii, Laaziyoo fi Seeltiik ramaddii ‘E’ jalatti ramadamaniiru.

PSG, Booruusiyaa Doortimoondii,AC Miilaan fi Niwuu Kaastiil ramaddii ‘F’, Maanchiiseer Siitii, RB Leebziingii, Reedistaar Beelgireed fi Yaang Booyis ramadfii’G’ fi Baarseloonaa, Poortoo, Shaakaataar Dooneeskii fi Rooyaal Antiwoorpi ramaddii ‘H’ jalatti ramadamaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.