Fana: At a Speed of Life!

Rasaasni seeraan alaa kumni 9 ol to’atame

Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Qaama Konkolaataa keessatti dhokfamee gara Finfinnee galuuf kan ture rasaasni kumni 9’ol to’annoo jala ooluu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.
Hordoffii taasiifameen rasaasni Kilaash Koovii kumni 8 fi 400, kan Shugguxii 998 magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaa Aanaa 4 iddoo addaa ‘Maazooraa Maabraat Hayilii’ jedhamutti too’atamuu Komishinii Poolisii magaalichaa ifoomseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.