Fana: At a Speed of Life!

Riifoormiin biyyaa fi ummata haleellaa garaagaraarraa eeguuf ga’umsa ga’aarratti argamna – Poolisii Federaalaa

Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) – Riifoormiin biyyaa fi ummata haleellaa garaagaraarraa eeguuf ga’umsa ga’aarratti kan argamu ta’uu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiise.
Poolisiin Federaalaa Tajaajila odeeffaannoo fi nageenya biyyaalessaa, Raayyaa Ittisaa, Poolisii magaalaa Finfinnee fi Poolisii Oromiyaa waliin qindaa’uun sadarkaa Riifoormiin irra ga’e agarsiisaaf dhiyeesseera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.