Fana: At a Speed of Life!

Riishii Suunaak Muummee Ministiraa Ingiliz ta’uun muudaman

Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Riishii Suunaak Muummee Ministiraa Ingiliz ta’uun muudamuu gabaafame.

Riishii Suunaak Muummee Ministiraa Ingiliz duraaniifi hoggantuu Paartii Konsarvaatiivii Ingiliz bakka bu’uun filatamuun isaanii kan yaadatamudha.

Guyyaa har’aas mootii biyyattii Chaarlas waliin masaraa mootummaa Bakiinghamitti wal arguun ifatti Muummee Ministiraa Ingiliz ta’aniiru.

Muummee Ministiraa 57ffaa Ingiliz ta’uun kan muudaman Suunaak, waggoota 200 keessatti hogganaa umrii xiqqaafi hogganaa jalqabaa dhiiga Eeshiyaa of keessaa qaban ta’uu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.