Fana: At a Speed of Life!

Saafaariikoom eeyyama tajaajila daddabarsaa maallaqaa dijitaalaa argate

Finfinnee, Caamsaa 3, 2015 (FBC)-Baankiin Biyyoolessaa Ityoophiyaa Dhaabbataa Saafaarikoomiif tajaajilaa daddabarsa maallaqaa ‘M-Pesa’ jedhamuuf eeyyama tajaajila kenne.

Baankichi akka beeksisetti dhaabbilee invastimantii biyya alaaf eeyyamni akkanaa kennamuun kun kan jalqabaati.

Baankichi bittaa fi gurgurtaa maallaqa callaan taasifamu sirna kaffaltii dijitaalaan bakka buusuuf tattaaffii taasisu akka deeggaru mirkaneesseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.