Fana: At a Speed of Life!

Saa’uud Arabiyaarraa marsaa 2ffaan lammiileen 438 gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Saa’uud Arabiyaarraa marsaa 2ffaan lammiileen 438 gara biyyaa deebi’aniiru.

Guyyaa har’aa waaree booda lammiileen Ityoophiyaa 438 Saa’uud Arabiyaarraa  gara biyyaatti deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Lammiileen kunneen buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee wayita ga’an hoggantoota olaanoo mootummaa federaalaa fi naannoleen simannaan taasifameeraafi.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.