Fana: At a Speed of Life!

Sagantaa Ashaaraaa Magariisaa marsaa 3ffaa ilaalchisee miseensota hawaasa dippiloomaasiif ibsi laatame

Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) – Sagantaa Ashaaraaa Magariisaa marsaa 3ffaa ilaalchisee miseensota hawaasa dippiloomaasii teessoo isaanii Ityoophiyaa taasiisaniif ibsi laatameera.

Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaa torbee kana ifatti eegalchiisuun isaanii kan yaadatamuudha.

Guyyaa har’aas miseensota hawaasa dippiloomaasii teessoo isaanii Ityoophiyaa taasiisaniif ibsi laatamuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraa argame ni agarsiisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.