Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan bu’aan filannoo biyyoolessaa 6ffaa beeksisuu gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Sagantaan bu’aan filannoo biyyoolessaa 6ffaa beeksisuu gaggeeffamaa jira.

Saganticharratti paartiilee morkattootaa, taajjabdoonni, jaarsoliin biyyaa fi namoonni bebeekamoon argamaniiru.

Sagantichaan Filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaan Waxabajjii 14, 2013 gaggeeffameen bu’aan filannoo waliigala ni ibsama jedhameera.

Afawarq Iyaayyutu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.