Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan eegalchiisa ijaarsa manneen waliin jireenyaa kuma 60 gaggeeffame

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ijaarsa manneen waliin jireenyaa kuma 60 eegalchiisaniiru.

Manneen kunneen baajata mootummaa fi dhaabbilee deeggartootaan kan ijaaramu yoo ta’uu, waggoota 3 keessaatti ijaarsi isaanii ni xumuramu jedhame.

Dargaggootaa kuma 200 oliif carraa hojii kan uumu ta’uu Aadde Adaanach sirna jalqabsiisaarratti haasawa taasiisaniin ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.