Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan nyaata addunyaa naannoo Tigraayitti lammiilee kumna 17 caalaaniif deeggarsa meeshaalee nyaata taasisu ibse

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC)- Sagantaan nyaata addunyaa naannoo Tigraayitti lammiilee kuma 17 fi 106f deeggarsa meeshaalee nyaata taasisuu ibseera.
Dhaabbatichi baatiwwan 6 dhufanitti namoota miiliyoona 1f daa’immanii fi haadholii kuma 8 fi 75f deeggarsa taasisuuf Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni 107 akka barbaachisu ibseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.