Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan Pirimeerliigii Ingiliz bara 2023/24 ifoome

Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Sagantaan Pirimeerliigii Ingiliz bara 2023/24 ifoomeera.

Akkataa sagantaa ba’eetti torbeen dorgommii Piriimeerliigichaa bara faraanjoota Hagayyaa 11, 2023 kan eegaluu ta’uun ibsameera.

Gaafa sirna baniinsaas Shaampiyoonaan Ingiliizii fi Awurooppaa Maanchistar Sitiin, Baarnileey waliin kan taphatuu ta’uun eerameera.

Akkasumaas torbee 1ffaan taphichaan Cheelsiin Liveerpool waliin kan walitti dhufuudha.

Dabalataan Arseenaal Nootiinghaam Foorestiin waliin, Maanchistar Yuunaayitid Woolvis waliin kan tapha’atan ta’uu sagantaa ba’erraa hubachuun danda’ameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.