Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan xumuraa baatii Dargaggoota Afrikaa gaggeeffama jira

Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) – Sagantaan xumuraa baatii Dargaggoota Afrikaa 16ffaan gaggeeffama jira.

Sagantichi mata duree’’ Sochii Dargaggoota Daangaa Ce’aa Paan-Afrikaanizimiif ‘jedhuun gaggeeffamaa jiraachuu ragaan Ministeera Dhimma Dubartoota fi Hawaasummarraa argame ni mul’isa.

Waggaa waggaan baatii Sadaasaa guutuu kan kabajamu guyyaan Dargaggoota Afrikaa, namuusa dargaggoota ijaaruurra eegalee dhimmoota biroo fayyadamummaa dargaggoota mirkaneessanirratti xiyyeeffachuun marii taasiisuu dabalateen sirnoota garagaraan ni kabajamaa.

Baatiin dargaggoota wayita kabajamuu hirmannaa dargaggoota gama hawaasummaa, Dinaagdee fi siyaasaa qabatamaan mirkaneessuuf dhimmoota dandeessisanirrattis ni mari’atama jedhame.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.