Fana: At a Speed of Life!

Sangaa keessaa Warqee giraama 6.11 argame

Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)- Sangaa Ayyaana Qilleef qalame keessaa Warqee (Sookoo) giraama 6.11 argame.

Warqeen kunis Magaalaa Walaayittaa Sooddootti sangaa foon qooddachuuf Ayyaanaa Qilleef qalame keessaa kan argame ta’uun ibsameera.

Kanneen gamtaan sangicha bitatanis “Kennaa Ayyaana Qilleeti” jechuun Faanaa Birodkaastingi Koorporeetiif ibsaniiru.

Maahileet Akumootu gabaase

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.