Fana: At a Speed of Life!

Seeneetar Jiim Iinhoof dhorkama Viizaa bulchiinsi Baayiden aanga’oota Ityoophiyaarra kaa’e morman

Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Dhorkama Viizaa bulchiinsi Baayiden Ityoophiyaarra ka’e kan morman ta’uu Seeneetarri Paartii Riippablikaanii Ameerikaa Jiim Iinhoof ibsaniiru.
Seeneetarichi ‘yeroo ammaatti Ityoophiyaaf deeggarsa malee dhorkamni hin barbaachisu’ jechuun mormii qaban dhageessiisaniiru.
Ityoophiyaan jeequmsaa fi walitti bu’iinsa muudate furuuf hojii hojjechaa jirtu deeggaruun barbaachisaa ta’uu Fuula Tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.
Tarkaanfiin akka kanaa furmaata waaraa kan hin fidne ta’uu eeraniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.