Fana: At a Speed of Life!

Shakkamaan Daa’ima waggaa 6 ugguruun Birrii kuma dhibba 2 maatii gaafate to’atame

Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC) – Shakkamaan magaalaa Hoolootaatti Daa’ima umrii waggaa 6 ugguruun Birrii kuma dhibba 2 maatii gaafate to’atameera.

Namni dhuunfaan miseensa Shanee jedhamuun Shakkamu kun Daa’ima Uggure bosona Magaalaa Hoolootaa keessatti dhoksuun gara Jimmaa wayita imaluuf jedhu Kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo aanaa 01tti to’atamuu ibsameera.

Hawaasni namoota iddoo iddootti socho’uun yakkoota akka kanaa raawwatan hordofuu akka qaban Hojii Raawwachiisaa Olaanaan kutaa magaalichaa Obbo Gabree Daanyaachoon waamicha dhiyeessaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.