Fana: At a Speed of Life!

Shakkamtoonni haada sarara elektirikaa hatan harkaaf harkatti to’ataman

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) –Shakkamtoonni 3 haada sarara elektirikaa manneen waliin jireenyaa haaraa ijjaarraman keessaa hatan harkaaf harkatti qabamuu qajeelchi poolisii kutaa magaalaa Boolee beeksise.

Shakkamtoonni yakkicha raawwatan kutaa magaalaa Boolee aanaa 11 saayitii lidataa manneen waliin jireenyaa ijaarramaan keessayi.

Shakkamtoonni kunneen haada elekitrikaa tilmaama Birrii kuma 500 qabu kutuuf yaala osoo jiranii harkafi harkatti to’annaa jala ooluu ragan Komishinii Poolisii Magaalaa Finfinneerraa arganne ni muul’dhisa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.