Fana: At a Speed of Life!

Sirni Awwaalchaa Artisti Geetaachoo Kaasaa raawwate

Finfinnee, Guraandhala 15, 2016 (FBC)- Sirni Awwaalchaa Artiisti Geetaachoo Kaasaa raawwateera.

Artiisti Geetaachoo Kaasaa dhibee isaa mudateen wal’aansarra turus lubbuun isaa Guraandhala 13, 2016 darbeera.

Guyyaa har’a bakka Artistoonni, namoonni bebbeekamoon, firoottanii fi maatiin argamanitti sirni gaggeessaa Artistichaa raawwateera.

Artiisti Geetaachoo Kaasaa Abbaa dhala tokko ture.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.