Fana: At a Speed of Life!

Sochii guddina omishaafi oomishtummaa qonnaa mirkaneessuu keessatti gahen giddugalawwan qorannoo olaanaadha – Pir. Shimallis Abdiisaa

Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) – Sochii guddina omishaafi oomishtummaa qonnaa mirkaneessuu keessatti gahen giddugalawwan qorannoo Qonnaa olaanaa ta’uu Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.

Milkaa’inoota gama misooma qonna inisheetiviitiin argamaa jiran, isaaniin ala yaaduun hin danda’amu jedhan.

‘Agro-ecology’, adda baasuun, kaartaa midhaan qonnaa (crop map) agarsiisuun, sanyii fooyyessuun akkasumas argannoo sanyii fooyya’aa buufata qorannoofi ooyruu qonnaan bultootaa irratti baay’isuun qonna karaa qabsiisaa jiru.

Mootummaan gahee kana hubachuun, dhiheenyaan waliin hojjechaa jira; gara fuulduraattis, gumaacha hanga ammaa taasisanii ol akka deeman abdii qaba jechuun ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.