Fana: At a Speed of Life!

Suphaan sarara elektirikaa gandoota Daalaattii-Odaa fi Guubaa Goonqoroo xumuramuun tajaajila laachuu eegale

Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Suphaan sarara elektirikaa gandoota Daalaattii-Odaa fi Guubaa Goonqaroo xumuramuun tajaajila laachuu eegaluu Tajaajilli Elektirikaa naannoo Beenishaanguul Gumuuz beeksiseera.

Ragaan Tajaajila Elektirikaa Ityoophiyarra argamee akka muuldhisutti, yeroo dheeraaf addaan citee kan turee Suphaan sarara elektirikaa gandoota Daalaattii-Odaa fi Guubaa Goonqoroo xumuramuun tajaajila laachuu eegaleera.

Saraarroonni elektirikaa sababoota garagaraatin addaa citanii turan hojiin suphaa eegaluu Tajaajilli Elektirikaa naannichaa ibseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.