Fana: At a Speed of Life!

Tajaajiloonni mootummaa 326 ‘Online’ laatamaa jiru

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Tajaajiloonni mootummaa 326 Onlaayiniin kennamaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii beeksiseera.

Ministeerri Dhimma Alaa fi Boordiin Herregaa fi Odiitii hojiin sirna kaffaltii isaanii Teelee Birrii waliin walqabsiisuu hojjetamuu ibseera.

Tajaajiloota biroo kaffaltii barbaadanis hojiin Teelee Birriin walitti hidhuun hojjetamaa jiraachuu eereera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.