Fana: At a Speed of Life!

Tapha Beetking Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 2ffaan Sabbataan Hawaasaa injifate

Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) – Tapha Beetking Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 2ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee gaggeeffameen Sabbataan 3 fi 1n Hawaasaa injifateera.
 
Tapha boqonnaa duraan Alamaayyoo Muullataa daqiiqaa 35ffaarratti, boqonnaa booda Daawiit Isxifaanoos daqiiqaa 69ffaarratti, Fo’aad Farajaa daqiiqaa 85ffaarratti garee magaalaa Sabbataaf goolii tokko tokko galchaniiru.
 
Masfin Taaffasaa goolii moo’atamuu jalaa hin baraarree daqiiqaa 52ffaarratti magaalaa Hawaasaaf galcheera.
 
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.