Fana: At a Speed of Life!

Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umrii waggaa 17 gadiin Ityoophiyaan Ugaandaa waliin qixa baate

Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umrii waggaa 17 gadiin gareen kubbaa miilaa biyyaleessa Ityoophiyaan gita isaa Ugaandaa waliin goolii 2 qixa xumureera.

Taphni Gulaallii har’a Ugaandaatti gaggeeffame goolii 2 qixa xumurameera.

Taphni deebii Baatii Bitootessaa Finfinneetti kan taphatamu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.